Psalms 148:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri kunini ch'ufti ha maqa AABBO Waaqa faarsuti! Wonti akanatiifi maqaani isaa maqa waan ch'ufa ira jira; ammalle guddinni isaa lafafi gubbale ira jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqaa Rabbii galatoonfadhaa'a; maqaan isaa ufumatti waan kabajjameeruuf; ulfinni isaa ardi'ii fi sami'ii ol. maruu maqaa Rabbii haa galatoonfatanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maqaan isaa callaan ka saadame waan te'eef, ulfinni isaa lafaa fi ol-gubbaa irra waan jiruuf, isaan maqaa Mootii Waan Maraa leellisanuu ti.