Psalms 148:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ya gosa ufiti jabeenna kenne aka akasiini gumiini isaa ch'ufti isa faarsitu — gumi Israeli ta inni guddo jaalatu. AABBO Waaqa faarsa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni worra amanamaa dhiyoo jiran garboota ufii Israa'eliin hin kabajja; worra galataa isaan taasise; Halee luyaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan isaa Israa'elooti, worri isatti dhikaatanu, addatantooti isaa akka isa leellisanu, jabeenna isaaniif kenne. Mootii Waan Maraa leellisa'a.