Psalms 148:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gubba olfagootifi bisaani achi jiraleeni, isaa faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Samiin samootaa galatoonfadhaa'a; bisaan lafa irra jirtanillee galatoonfadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin ol-gubbaan ol gubbootaa, isin bisaan ol-gubba'aalle isa leellisa'a.