Psalms 149:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa faarsa! Sirba hareesani AABBO Waaqa faarsa; woldeenna gumi isaa ta d'uga keesati, isa faarsa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Halee luyaa! Rabbiin faaruu haarawaan galatoonfadhaa'a! wol geettii woyyootaa jiddu'utti isa galatoonfadhaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Waan Maraa leellisa'a; faaruu haareya Mootii Waan Maraatiif faarsa'a! Wolde'a kolbaa isaa keessatti isa leellisa'a.