Psalms 149:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sirbaa, olch'ech'ea, maqa isaa faarsa; dibefi kiraari d'aa, isa faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqaa isaa faaru'uun galatoonfadhaa'a; masiinqo'oo fi dibbe'een maqaa isaa galatoonfadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Shubbisaa maqaa isaa faarsanuu ti; dibbe'ee fi kiraara guddichaan isaaf faarsanuu ti.