Psalms 149:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi gumi ufi iraa gammade, nama ufi inguddimniele nyaapa isaa dabsachiise ulfeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi waan banii ufiititti gammadeef gara laafeyyii fayyisee isaan kabajja.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa kolbaa ifiitiin waan gammaduuf, worra gad ifi qabu, akka injifatanu godhee ulfinna kennaaf.