Psalms 149:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri ha iye AABBO Waaqa faarsu! Hojja suni worri ha goraade qara qabdu harkati qabate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Galanni Rabbii afaan isaanii keessa guraadeen gara lamaan qara qabu harka isaanii keessa haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Leellisi Waaqaa afaan isaanii keessa, shallaagaan qara lamaa, harka isaanii keessa jiraatuu ti.