Psalms 149:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
akuma Waaqi jed'e gosa ch'ufa gaargalchuti. Tunini dabsachacha Waaqi gumi ufiiti kenne. AABBO Waaqa faarsa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seerri barreeffame akka isaan irratti raawwatamu; kun woyyoota maraaf ulfinna. Halee luyaa!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
muraa barreeffanteertu, isaan irratti muunmmessiisaaf, tun kolbaa isaaf addatante maraaf ulfinna. Mootii Waan Maraa leellisa'a.