Psalms 15:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama wollaala inqamne, ka waan qajeeltu ch'alla tolchu, ka dubbi d'uga ch'alla dubbatu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka jireenna mudaa hin qabne jiraatu, ka waan balchaa hojjatu, ka garaa ufii keessatti dhugaa dubbatu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra komii hin qannee fi ka waan balchaa te'e huju, ka gadhaa ifii keessaa dhugaa dubbatu,