Psalms 15:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ka waan tokoleeni nama iyyakine, ka jaala isaa waan hamtu intolchine ka yokhaani olla ufi iyyakine,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka namoota hin hamanne; ka goshoo ufii irratti waan hamaa hin goone, ka ollaa irratti waan hin taane hin odeessine,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ka maqaa namaa hin balleessine, ka jaalota ifii irratti waan hantuu hin hunye, ka ollaa ifii hin hamanne.