Psalms 15:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ka nama Waaqi didu tufate, nama Waaqa sodaatu ulfeesu ka ato haga fed'u gaargalele kakhu ufii illakimne,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ka namoota waan hamaa hojjatan tuffatuu fi ka worra Rabbii ajajaman kabajju, ka waan waadaa gale yoo hagamillee ulfaate raawwatu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra hamoolee ka tuffatu, worra Mootii Waan Maraa sodaatu ammoo ka ulfeessu. Ta isa miitu teetelle waan waadaa gale ka muummessu.