Psalms 15:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ka hori namaa liqeese tirfi ira infud'anne. Ka gumbo fud'ate nama woma iyyakini dubbi d'araatiini inhimanne. Nama waan akana kana tolchu ch'ufa dandaani inchochoosani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka horii dhalaan namatti hin liqeessine, ka nama nagayaa irraa gabbarsuu hin fudhanne, namni waan akkanaa kanniin godhu nagayaan jiraata malee sirima hin raafamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Beesee ifii dhala malee ka liqeessu; worra balleessaa hin qanne miidhiisaaf safuu ka hin fudhanne. Nami waan kana godhu ijjumaa hin raafamu.