Psalms 150:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa faarsa! Mana isaa qulqullo keesati isa faarsa! Gubbaa, fulla jabeenni isaa jiruti isa faarsa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Halee luyaa! Rabbiin mana woyyumma'aa keessatti isa galatoonfadhaa'a! samii hulee hunni isaa maalalchiisaan jirutti isa galatoonfadhaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Waan Maraa leellisa'a! Addee Woyyittii isaa keessatti, Waaqa leellisa'a! Ol-gubbaa isaa hunnaamettii keessatti, isa leellisa'a!