Psalms 150:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan jabdu inni tolcheetifi isa faarsa. Guddinna isaa ka muumme inqamneefi isa faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan hujii isaa maalalchiisa'aatiif isa galatoonfadhaa'a; guddinna isaa ka haga hin qabneef isa galatoonfadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hujii jadduu inni godheef isa leellisa'a. Guddinna isaa, ka waan mara caaluuf isa leellisa'a.