Psalms 150:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Magalata d'aa, isa faarsa. Kiraariifi miha sirba d'ibiini isa faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Xurumba'aan isa galatoonfadhaa'a; kiraara sagalee guddaa dhageessisuu fi masiinqo'oon isa jajaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tultulla'aan isa leellisa'a. Kiraara guddichaa fi maseenqo'oon isa leellisa'a.