Psalms 150:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dibbe d'aa, sirba, isa faarsa kiraariifi fulludo d'aa, isa faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dibbe'ee fi shubbisu'uun isa jajaa'a; meeshaa faaru'uu kiraaraa fi booba'aan isa galatoonfadhaa'a; meeshaa laagaa misha'aatiin isa jajadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dibbe'ee fi shubbisiisaan isa leellisa'a. Kiraaraa fi suusulle'een isa leellisa'a.