Psalms 150:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bilbila d'aa isa faarsa. Bilbila guddisa d'aa, isa faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Meeshaa laagaa bareeda'aa ka shaka shaka jedhuun isa galatoonfadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sibiila wolitti dhowamee qilillisuun, isa leellisa'a. Sibiila wolitti dhowamee, akka malee qilillisuun isa leellisa'a.