Psalms 16:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi atini dua duraa na baafte, nama atini jaalattu boola ekherati ingeesitu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati asaaba keessatti waan na hin dhiifneef; woyyuu kee akka shamu hin gootu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati addee worri du'e jirutti waan na hin lakkinneef, ati woyyicha keeti akka shamu hin gootu.