Psalms 16:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waaqoota d'ibi gula oriu gaargala heddu ufitiini d'ufa. Anini d'iiga worri d'ibaayu baasu keesa injiru; waaqoota worrale maqa d'ae inkadad'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra waaqolee tolfamaa biraa waaqeffatan gadda gudda'atu isaan irra gaya; ani waaqolee akkanaatiif ciincaa dhiigaa hin dhiyeessu; afaan kiyyaan maqaa isaanii hin dhayu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra waaqota dhibii waaqonfatu gadda gudda'atti isaan dhaqqaba. Ani waaqota dharaatiif ciincaa dhiigaa hin dhikeessu; afaan kiyyalle'een maqaa isaanii hin dhowu.