Psalms 16:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa, si male anini waan d'ibi inqabu. Atini waan anini fed'u ch'ufa naa kennita, wonti anini tahu ch'ufti harka kanke keesa jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! ati waan ani fedhu maraa naa kennita; hireen kiyya harka kee keessa jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, qoodi lafa tiyyaatii fi hireen tiyya si'i. Qoodi lafa tiyyaa harka keeti keessa jira.