Psalms 16:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti atini naa kennite ch'ufti akami dadansa, finni atini na fiddu ch'ufti guddo mid'aaga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haanni bikkaniin hulee bareedduu irra naa bu'e; dhugamaan lafa bareeddu argadheera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wodaroon tiyya ta meessaa ittiin mikanu addee dansaa irra naaf buute; dhugumaan ani lafa dansaa qaba.