Psalms 16:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini AABBO Waaqa faarsa waan inni na gorse, halkanile na qajeelchuufi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii na gorsuu galata galcha; halkanuu garaan kiyya waan qajeelaa natti mudhisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootii Waan Maraa ka gorsa naaf kennu hin leellifadha. Halkan keessalle wodanaan kiyya ifi na eeggachiisa.