Psalms 16:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan ch'ufa keesa AABBO Waaqa dursa, waan inni hojja ch'ufa na woliini jiruufi nami tokoleeni dandae na inchochoosu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi hennaa maraa na afoo jira; inni waan mirga kiyya jiruuf ani hin raafamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa fuula kiyya dura akka naaf jiru, ani yennaa mara hin beeka. Inni midda kiyya waan jiruuf, ani hin raafamu.