Psalms 17:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri fulla anini deemu ch'ufa faana na d'ae na gaade, na marse, lafa na buusuu fed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diintonni tiyya ari'anii na dhaqqaban; na marsan; lafaan na dhayu'uuf ija natti babaasan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ari'anee na marsaneeran; lafatti gad na dhowiisaaf, ilaan na qabataneeran.