Psalms 17:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri nyeench'a fakaata, gaade na eegate, gargari na tatarsaasu fed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan akka leencota beelayanii; akka ilmoo leencaa ka dhokatanii waa eeganiiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka neenqa waan adanse kukkutatiisa fedhee, akka neenqa dardaraa ka riphee wo gaaduu ti.