Psalms 17:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa, kooti, nyaapa kiyya had'i balleesi! Goraade teetiini harka ch'ubbicha keesaa na baasi;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! ka'ii isaaniin wodhaansa bayii isaan kuffisi; guraadee keetiin lubbuu tiyya hammeeyyii jalaa oolchi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa ka'iitii, lolii isaan gad dhowi! Shallaagaa keetiin hamaaleyyii jalaa na baasi.