Psalms 17:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nama lafa tana keesati quufu jalaa naa baasi. Gaargala atini worraa hereddeeni worra gaargalchi; gaargali sunini ha ilmaani worraatifi ilmaani ilmaani worrale ch'ufa d'aqabuuti!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! namoota hireen isaanii waan ardii tanaa callaa ta'e jalaa na oolchi; galmee kee keessaa garaa isaanii guutte; ijoollee isaaniitiillee baay'ateera; ijoolleen isaanii qabeenna kuufatan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Waan Maraa, harka keetiin worra jiruu biyya lafaa tana keessatti waan barbaadanu mara qabanu jalaa na baasi. Ati rakkinna isaaniif kuucheen isaan adabi; rakkinni kun ijoollee isaaniitii fi ijoollee ijoollee isaaniitiifille akka te'u godhi.