Psalms 17:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini garaa kiyya imbeeta; halkaniini nati d'ufte na ilaalte, d'araa hamtu tokole na keesaa d'abde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garaa kiyya hin qoratte; halkan natti siixxee na qorte; na sakattaate, waan takkallee na irratti hin argine; afaan kiyya hin dabarsine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gadhaa kiyya yoo qorqorte, halkaniin gara kiyya dhuttee, yoo haga na ilaalte, hammeenna na keessatti hin dhaggitu; afaan kiyyalle cubbuu hin dubbatu.