Psalms 17:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini aka nama d'ibi waan hamtu indubbad'u; anini seera kanke ya guute, karaa nama hama woi balleesu gula indeemne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hujii namootaa irraa; jecha afaan keetiitiin, karaa worra didanii irraa uf eegeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jecha afaan keeti keessaa bayuuf ajajamee, waan namooti hujanu irraa, karaa isaan hunnaan nama irratti ka'anu irralle'ee, ifi eeggadheera.