Psalms 17:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, waan atini na ch'aqaftuufi anini si yaama. Tanaafi amma dubbi tiyya d'agayi, gurra keetiini na ch'aqasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! kadhaa kiyya waan naa dhageettuuf si waama; gurra kee gara kiyya deebisii kadhaa kiyya dhagayi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa, ati waan naa dhageettuuf, ani si waammadha; gurra keeti gara kiyya deebifadhuutii, jecha kiyya dhage'i.