Psalms 17:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
worra hama na had'u duraa na baasi. Nyaapi hamaani ya na marse;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diintota na marsanii fi worra hammeeyyii na rakkisan irraa na eegi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hamaaleyyii hunnaan na irratti ka'ane, diinota kiyya worra hamaa na marsane irraa na eegi.