Psalms 18:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni dukana uyifate dumansa bokayaatini ufi mare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dukkana hulee itti dhokatu; naannaya ufiitittillee goda godhate; duumessa bisaan baatu gurraachaan uf dhosse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni dukkana gollaa ifii godhatee, dunkaaniin isaa adaala isaa jirtiiyyu; duumensi gurraachi bisaaniin guutame, isa marseera.