Psalms 18:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bisaani baariini fooqatani, biyyeeni godduuni mullatte yayabi lafaleeni diidati bahe, gaafa atini, ee AABBO Waaqa, nyaapa kanke dallansuuni lolte iti mandite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! hennaa ati diintota kee xixxe, hennaa laagaa lolaa dhageessifte, lafti garba jalaa mudhate; hundeen lafaallee hin mudhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, xixicha keetiin, dhowicha hafuura funnaan keetiitiin, dhooqoti abbaayaa jalaa mudhatane; hundeen lafaa marti qullaa hafane.