Psalms 18:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi gajed'e, harka na qabe, d'immu bisaani keesaa na fuud'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi ol gubbaa taa'ee harka ufii hiixatee na qabe; bisaan xiillaa keessaa harkisee na baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gubbaa irraa gad hiixatee, na qabe; bisaan gugurdaa keessaa harkisee na baase.