Psalms 18:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni harka nyaapa kiyya jajaba keesaa na baase, nama na jibbufi ka nara irre qabule.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi diintota jajjabaa natti hammaatanii fi namoota na jibban jalaallee na baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka malee hunnaan waan na caalanuuf, inni diinota kiyya hunnaameyyii, worra na jibbu jalaa na baase.