Psalms 18:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni gaargala keesa na qarqaare, na jaalate lubbu na baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara hulee badha'aa na baase; waan na jaalateef na oolche.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gara addee badho'oo na geessee, waan natti gammadeef, na baase.