Psalms 18:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan anini d'uga tolchufi na qarqaare, waan anini ch'ubbu inqamneefi na eebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akka balchummaa kiyyaatitti gatii naa kenne; akka qulqullinna harka kiyyaatitti naa deebise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa akkuma balchummaa tiyyaatitti naaf godhe; inni waan ani yakkaa hin qanneef gatii naa kaffale.