Psalms 18:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini Seera AABBO Waaqa ya guute, taka kara isaa iraa ingorre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani karaa Rabbii eegeera; Rabbiin irraa gara biraa goru'uun yakka hin hojjanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani karaa Mootii Waan Maraa waan hordofeef, Waaqa kiyya irraa deebi'ee waan hantuu hin hunye.