Psalms 18:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba waan anini waan d'uga tolchufi inni na eebisa, waan anini isa durati ch'ubbu inqamneeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akka balchummaa kiyyaatitti; akka qulqullummaa harka kiyyaatitti gatii kiyya naa deebise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa akkuma balchummaa tiyyaatitti, ani waan yakkaa hin qanneef gatii naa kaffale.