Psalms 18:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini AABBO Waaqa yaamad'a, inni harka nyaapa kiyya keesaa na baasa. AABBO Waaqa ha faarsani!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbii galanni barbaachisu hin waamadha; diintota kiyya jalaallee hin baya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootii Waan Maraa leellifamaa hin waammadha; innille diinota kiyya jalaa na hin baasa.