Psalms 18:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqa kana karaani isaa akami qajeela, dubbi isaa akami d'ugefachu malani! Inni nama isaati d'iaatu wonte tahafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karaan Rabbii kiyyaa qajeela'a! dubbiin isaallee qulqullu'u! Inni worra isatti irkatan maraafuu wonte'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karaan Waaqaa dhidhinna hin qabu; jechi Mootii Waan Maraa dhuga'a; worra isatti baqatuuf, inni wonte'e.