Psalms 18:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami irre naa tahu isuma, isumati kara naa hara.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka hunna naa kennuu fi ka karaa kiyya naa qajeelchu Rabbi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jabeenna ka anaaf kennu, ka karaa naaf qajeelchu Waaqa.