Psalms 18:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni aka habroble miila na sablise, gaara gubbati na tisse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi luka kiyya akka luka gadamsaa jabeessa; gaarran irra na dhaaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni miila kiyya akka miila gadansaa hin jabeessa; gaarota gubbaa sodaa malee na dhaabbachiisa.