Psalms 18:39 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini humna woraana naa kennite nyaapa kiyya naa dabsachiifta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lolaaf hunna naa kennite; diintota kiyya maraa luka kiyya jala taasifte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati lolaaf hunna naaf kennite; diinota kiyya irratti injifannoo naaf kennite.