Psalms 18:41 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
worri qarqaarsa barbaade ammo nama worra baasu d'aba. Worri AABBO Waaqa yaamate ammo inni worra jala dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan ka isaan gargaaru soqaa iyyan; garuu ka isaan oolchu hin jiru; Rabbitti iyyatan; Inni garuu isaanii hin deebifne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan qarqaarsa gaafatiisaaf iyyane; ammoo nami tokkolle isaan hin qarqaarre. Isaan Mootii Waan Maraa waamane; inni ammoo deebii hin kennine.