Psalms 18:46 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBOONI Waaqa jiru! Siida kiyya ha faarsani! Waaqa na baasu guddinna isaa odeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi jiraata'a! Waandhi irkoon kiyya haa galatoomu! Waandhi jabaan na fayyise haa kabajjamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa jiraata'a! Rassaan kiyya leellifamuu ti! Waaqi fayyisaan kiyya jajamuu ti.