Psalms 18:47 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nyaapa kiyya na dabsachiise, sidi d'ibi na jalati bulche,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhi diintota kiyya haluu naa baya; baniin akka naa gad ta'anii na jalatti bulan taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Waaqa diinota kiyya haluu naa bayu; gosa biyya adda addaa harka kiyya jala galcha.