Psalms 18:48 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nyaapa kiyya jalaa na baase. Ee AABBO Waaqa, atini nyaapa kiyya na dabsachiifte worra hamama jalaa na baafte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diintota kiyya jalaa ka na oolchu isa; diintota kiyyaa ol na taasifta; nama hamaa jalaa na oolchita.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni diinota kiyya jalaa na baasa. Diinota kiyya irratti ol ol na qaba; kolbaa hunnaan na irratti kaatu jalalle'ee na baasa.