Psalms 18:49 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini gosa ch'ufa keesati si faarse, maqa kanke guddisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf banii biratti si galatoonfadha; maqaa keetiifillee hin faarsa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, Mootii Waan Maraa, gosa biyya adda addaa oddu'utti, ani si leellisa; Faaruu leellisaatiin maqaa keeti faarfadha.