Psalms 18:50 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi dabsacha guddo hayyu isaati kenna, ammalle nama fohate muude haga jiru ch'ufa jaalata, Daudifi d'aloota isaa ch'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni mootii ufii moosise mootee gugurdaa kennaaf; Daawitii dibee fi fiixaa isaatii baraa haga bara baraa jaalala jabaa mudhisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa mooticha mootii godheef, injifachaa kenna; ka ifii muude Daawitii fi sanyii isaatiif, jaalala ifii ka bara baraa itti mudhisa.